Koreen tajaajila lamummaa fi mobalaayizeeshinii ittisa tatamsa’ina vaayrasii koroonaa hundaa’e

Finfinnee, Bitootessa 13, 2012 (FBC) – Koreen tajaajila lamummaa fi mobalaayizeeshinii ittisa tatamsa’ina vaayrasii koroonaa hundaa’e.

 

Koreen tajaajila lamummaa fi mobalaayizeeshinii seektaroota Mootummaa Nannoo Oromiyaa ja’aa fi Abbootii Gadaa, amnataa fi abootii qabeenyaa dabalatee kan hundaa’e.

korichi guyyoota lamaan dhufuutti hanga gandaatti gadi bu’uuf jiraachuu Hogganaan Biiroo Qonnaafi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa obbo Dhaabaa Dabalee himaniiru.

 

Comments (0)
Add Comment