Koreen qindeessituu tursa addaa magaalaa Finfinneetti wirtuu tursaa fi yaalaa namoota 2500 keessummeessu of harka galchuusaa beeksise

Finfinnee, Eebila 10, 2012 (FBC)- Koreen qindeessituu tursa addaa magaalaa Finfinneetti wirtuu tursaa fi yaalaa namoota 2500 keessummeessuu danda’u of harka galchuusaa beeksise.

Haati Alangee Waliigalaa Federaalaa aadde Adaach Abeebeen akka beeksisanitti tursi addaa fi wiirtuun yaalaa koricha harka gale gamoo Atleet Masarat Daffaarii fi Inistiitiyuutii Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa Federaalaati.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Comments (0)
Add Comment