Koreen qindeessituu dhaabbilee federaalaa dhimmoota waqtaawaa biyyaarratti mari’ate

Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC)- Koreen qindeessituu dhaabbilee federaalaa dhimmota waqtaawaa biyyaarratti mari’ateera.

Maricharratti dhaabbiilee adda addaa ministiroonni, ministir deettootaa fi muudama daayreektaroota Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiin laataman, itti aantoota daayreektaroota akkasumas komiishanarootaa fi itti aantoonni komishinaroota argamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna
Comments (0)
Add Comment