Koreen Ministirootaa miseensota raayyaa ittisaa yaalarratti argaman daawwate

Finfinnee, Muddee 6, 2013 (FBC) – Koreen Ministirootaa deeggarsa biyyaalessaa raayyaa ittisa biyyaa walitti qabu miseensota raayyaa ittisaa yaalarratti argaman daawwateera.
Koreen ministirootaa kun Hospitaala Kompiriiheensiivi Ispeeshaalaayizdii Xoor Hayiloochiitti argamuun miseensota raayyaa ittisa biyyaa duula olaantummaa seeraa naannoo Tigraayitti gaggeeffamaa ture irratti miidhamuun yaalarratti argaman daawwateera.
Daawwannaa kanarratti Ministiroota dabalatee hoggantoonni mootummaa olaanoon argamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment