Koreen hoji raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’iisaa ariifachiisaa taa’era

Finfinnee, Bitootessa 30, 2012(FBC) – Koreen hoji raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’iisaa ariifachiisaa taa’era.

Walga’ichaan weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi dhimmoota addaddaarratti mari’atee murteewwan ni dabarsaan eegama.

Waajjirri paartichaa akka beeksisetti koreen hoji raawwachiistichaa walga’iisaatin lubbuu lammiilee baraaruuf murteewwan jajjaboo ni dabarsaan eegama.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment