Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Labsii Yeroo Ariifachiisaa Mana Maree Bakka bu’oota Uummataaf dhiyaate Koreen gorsaa mana marichaa ajandaa labsichaa sagalee guutuun raggaasiseera
Manni Maree Ministirootaa bu’uura Heera Mootummaa Keeyyata 93 muraa 1 ‘A’ Adoolessa 29, 2015 naannoo Amaaraatti labsii yeroo ariifachiisaa lakkoofsa 6/2015 labsuun kan yaadatamuudha.
Haaluma kanaan dhimmichi Koree Gorsaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf dhiyaachuun sagalee guutuun kan ragga’eera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.