Koreen giddugaleessaa paartii Badhaadhinaa walga’ii idilee gaggeessaa jira

Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) – Koreen giddugaleessaa paartii Badhaadhinaa walga’ii idilee gaggeessaa jiraachuu himame.

Korichi dhimmoota waqtaawoo fi biyyaalessaa garaagaraarratti mari’achuun kallattii ni kaa’a jedhamee kan eeggamu ta’uu ragaan Waajjira Paartii Badhaadhinaarraa argame agarsiisa.

Comments (0)
Add Comment