Koreen farra malaammaltummaa biyyaalessaa hojiilee hanga ammatti raawwaatee fi kallattii itti aanurratti marii gaggeessaa jira

Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Koreen farra malaammaltummaa biyyaalessaa hojiilee hanga ammatti raawwaatee fi kallattii itti aanurratti marii gaggeessaa jiraachuu ibsameera.

Marii kanarratti miseensonni koree farra malaammaltummaa sadarkaa Federaalaa, naannolee fi bulchiinsa magaalootaa argamaniiru jedhame.

Hojiilee hanga ammaatti hojjetana gamaaggamuu fi kallatti fuula duraa kan kaa’u ta’uu eerameera.

Addisuu Mulunahitu gabaase.

Comments (0)
Add Comment