Koreen dhaabbii dhimma qabeenya uumamaa, jallisii fi inarjii Hidha Haaromsaa daawwate

Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Koreen dhaabbii dhimma qabeenya uumamaa, jallisii fi inarjii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI raawwii ijaarsa Hidha Haaromsaa daawwate.

Itti aanaan hoji gaggeessaa proojaktichaa obbo Balaachaw Kaasaan korichaaf akka akka beeksisanitti, raawwiin waliigalaa ijaarsichaa %70 qaqqabeera.

Amma dhuma bara kanaattis yuuniitiin 9 fi 10 anniisaa maddisiisuuf bishaan akka kuufatan ni taasifama jedhan.

Dhuma bara 2013 yuunitoonni lamaan ida’amaan anniisaa meeggaa waatii 750 kan maddisiisan ta’uun eerameera.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment