Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC) – Dhaabbiin Ashaaraa Magariisaa bara kanaa wayita xumurame Ityoophiyaan biqiltuu biiliyoona 31 ni uwwifamti jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Waan jalqabne ni xumurra, koottaa waliin seenaa haa hojjennu jechuun waamicha dhiyeessaniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad sagantaa Ashaaraa Magariisaa boqonnaa 2ffaa kaleessa Naannoo Afaariitti jalqabnsiisuun kan yaadatamuudha.
Sagantaa Ashaaraa magariisaa boqonnaa 2ffaan Biqiltuuwwan biiliyoonni 25 kan dhaabbatan ta’uu eerameera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.