Koorporeeshinichi galii Birri biiliyoona 2.1 argachuu beeksise

Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)- Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaa bara baajataa 2016’tti galii Birri biiliyoona 2.1 argachuu beeksise.

Galii waliigalaa keessaa Birri miiliyoona 282 ol bu’aa argachuu ibseera.

Galiin argames sheediiwwan oomishaa invastimantiif dhiyaatan, kiraa lafa misoomee, appaartaamaawwan tajaajila mana jireenyaaf oolan, kiraa gamoowwanii fi kanneen biroorraa ta’uun ibsameera.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment