Kooriyaan Kaabaa torban keessatti misaa’ela 3ffaa dhukaaste

Finfinnee, Bitooteessa 7, 2015 (FBC)- Kooriyaan Kaabaa torban tokko keessatti misaa’ela baalaastikii fageenya dheeraa 3ffaa dhukaasuun gabaafame.

Misa’eela amma dabalatee torban tokko keessatti yeroo 3ffaaf kan dhukaaste ta’uu Aljaziiraan gabaaseeara.

Har’a misaa’elli Kooriyaan Kaabaa dhukaaste, Kooriyaa Kibbaa waggoota dheeraa booda guyyaa yaa’ii Jaappaan waliin taasistutti ta’uun eerameera.

Misaa’elli niwukilara baachuu danda’a jedhame kun Piyoongiyaangirraa dhukaafamuun fageenya kiiloo meetira kuma tokko galaanaa quubsuma Kooriyaa fi Jaappaan gidduutti argamu keessa bu’uun gabaafameera.

Kooriyaan Kaabaa misaa’elli furguggiste misaa’eela fageenyaa dheeraa qaxxaamuru akka hindhukafne qoqqoobbiin irra kaa’amuu Aanga’oonni Kooriyaa Kibbaa eeraniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment