Kooriyaan Kaabaa gara Galaanaa Bahaatti Misaa’eela dhukaasuu eerame

Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Kooriyaan Kaabaa gara Galaanaa Bahaatti Misaa’ela dhukaasuu Aangaa’onni Kooriyaa Kibbaa ibsan.

Humni Galaanaa Ameerikaa, Kooriyaa Kibbaa fi Jaappaan shakalaa looltummaa taasisuun kan yadatamuudha.

Shaakalichi doonii waraanaa guddichaa Ameerikaa kan niwukilaraan socho’uu fi xiyyaaraa baachuu danda’u shaakalichaaf oolfamuun ibsameera.

Shaakalichi guyyoota 2’f bakka Jaajjuu jedhamu odola naannawaa Kibbaa Se’uulitti akka gaggeeffamu Ministirri Raayyaa Ittisaa Kooriyaa Kibbaa beeksisaniiru.

Kana hordoofee aggaammii haleelaa Kooriyaa Kaabaa irraa aggaamamu dhaabuu ni dandeenyaa jechuun shaakalicharratti kan hirmaachaa turan Ajajaan Humnaa Waraanaa Kooriyaa Kibbaa Birgaader Jeneeraal Kiim Iin Hoo dubbachuu ABC News gabaaseera taniiru.

Biyyoonni lameen yeroo garaagaraatti misaa’ela baalaastiki walitti dhukaasaa turaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment