Koonfaransiin hoggansa olaanoo Paartii Badhaadhinaa Hararii taa’amaa jira

Finfinnee, Hagayya 18, 2012 (FBC) – Koonfaransiin hoggansa olaanoo Paartii Badhaadhinaa Hararii taa’amaa jira.
 
Koonfaransichi har’a kan eegalame yoo ta’u, guyyootii sadiif tura.
 
Preezdaantiin naannichaa obbo Oordiin Badriin koonfaransicha banuun jalqabsiisaniiru.
 
Waltajjichi mata duree “Qormaata yeroo waloomaa fi cichooman qolannee, gara badhaadhinaatti ni ceena.” jedhuun taa’amaa jira.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Comments (0)
Add Comment