Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)- Koomishinarri Koomiishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen Mana Maree Idil Addunyaa Duubaayitti Hogganaa Giddugala Bahaa fi Afrikaa Kaaliid Al Alii waliin Duubaayitti mari’ataniiru.
Marii isaaniin, naannawichatti invastimantii haaraa hawachuu haalota dandeessisanirratti, daandilee tarsiima’oo fi michummaa invastimantii akkasumas hojiilee beeksisaarratti mari’achuu ragaan koomishinicharraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.