Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC)- Koomishinarri Koomishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen Afrikaa Bahaatti Ittaanaa Daayrektaraa Baankii Misooma Afrikaa waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniin, hariiroo Koomishinii Invastimantii Ityoophiyaa fi Baankii Misoomaa Afrikaa gidduu cimsuun akkaataa danda’amuurraatti mari’achuu ragaan koomishiniicharraa argame ni mul’isa.
Sosochii ‘Rakkoolee Afrikaaf furmaata Afrikaan’ jedhuun guddina dinagdee Ardiitti mirkaneessuu fi dandeetti Koomishinii Invastimant Ityoophiyaa guddisuuf akkasumas yaa’iinsaa Invastimantii dabaluuf kan hojjetamu ta’uun ibsameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.