Koomiishinar Lalisee Nameen Ambaasaaddara Jaappaan waliin mari’atan

Finfinnee, Waxabajjii 5, 2015 (FBC)- Koomiishinarri Koomiishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen Ambaasaaddara Jaappaan Itoo Taakaakoo waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniin, hariiroo invastimantii Ityoophiyaa fi Jaappaan cimsuun akkaataa danda’amurratti mari’achuu ragaan koomiishinicharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment