Koollejjiin Poolisii naannoo Amaaraa Poolisii humna addaa leenjisaa ture eebbisiise

Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) – Koollejjiin Poolisii naannoo Amaaraa Poolisii humna addaa marsaa 8ffaaf leenjisaa ture eebbisiiseera.
Sirna eebbaa magaalaa Dabra Maarqositti gaggeeffamerratti hoggantoonni mootummaa olaanoo naannoo fi Federaalaa argamuu AMC gabaaseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment