Koolleejjiin Yuunvarsiitii odeeffannoo biyyaalessaa ofiisaroota ogummaa Innooveeshinii nageenyaan leenjisaa ture 200 eebbisiise

Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Tajaajila Tika Nageenyaa fi odeeffaannoo biyyaalessaa jalatti kan argamu Koolleejjiin Yuunvarsiitii odeeffannoo biyyaalessaa ofiisaroota ogummaa Innooveeshinii nageenyaan leenjisaa ture 200 eebbisiiseera.

Daayreektarri jeneraalaa Tajaajila Tika Nageenyaa fi odeeffaannoo biyyaalessaa obbo Tamasgeen Xirunehin eebbifamtoonni kunneen imalli daandiin qilleessaa Ityoophiyaa taasiisuu caalmaatti akka milkaa’uuf gumaacha olaanaa kan taasiisan ta’uu ibsaniiru.

Preezdaantiin Koolleejjii Yuunvarsiitii odeeffannoo biyyaalessaa obbo Wandawasan Kaasaa gama isaaniin dhaabbatichi damee Innooveeshinii nageenyaan humna namaa ga’umsa qabu horachuun leenjii haala naannoo fi idil addunyaa giddu gala godhate laachuun tajaajila damichaa fooyyeessuuf qooda isaa gumaachaa jiraachuu himaniiru.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.!

Comments (0)
Add Comment