Koolleejjiin Poolisii Naannoo Amaaraa miseensota poolisii eegumsaa fi jaldhaabdota hoggansa mootummaa 197 ebbisiise

Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) – Koolleejjiin Poolisii Naannoo Amaaraa miseensota poolisii eegumsaa fi jaldhaabdota hoggansa mootummaa 197 ebbisiise.

Poolisoonni ebbifaman baatii lamaaf leenjii barbaachisaa hordofaa turuun ibsameera.

Sirna ebbaa kanarratti preezdaantiin naannoo Amaaraa obbo Tamasgeen Xiruunah, hogganaan Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenyaa Sisaay Daamxee fi koomiishinarri Koomiishinii Poolisii naannichaa Abbaraa Addaamuun argamaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Comments (0)
Add Comment