Koolleejjiin poolii teeknikaa Haramaayaa barattoota muummee garagaraatin barsisaa 258 eebbisiise

Finfinnee, Hagayya 9, 2013 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Haramaayyatti koolleejjiin Poolii Teeknikaa Haramaayaa barattootaa 258 dameewwan barnootaa 14’n gulantaalee gargaraatin barsisaa ture eebbisiisera.

Diiniin Koolleejjichaa obbo Haaylee Nugusee, barattoonni keenya ifaajii guddaa keessaa dabartanii guyyaa har’a gahuu keessaniif baga gammaddan jedhaniiru.

Ogummaa argattanniin maatii fi biyyaasaanii akka tajaajilaaniis dhaamsa dabarsuu ragaan waajjira kominikeeshinii magaalaa Haramayaarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment