Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC)- Giddugala Nagaa Kabachiisaa Raayyaa Ittisaa Biyyaatti Manni Barumsaa Leenjii Kontinjantii Huursoo loltoota bu’uuraa marsaa 8ffaan leenjisaa ture eebbisiisaa jira.
Sirn eebbichaarratti Ministeera Raayyaa Ittisaatti Itti Gaafatamaan Qajeelcha Olaanaa Hoggansa Humna Namaa Letenaal Jeneraal Acaaluu Shallamaa fi qondaaltonni biroon akkasumas abbootii gadaa fi kutaaleen hawaasaa argamuu TOI gabaaseera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo mara waan nu waliin taataniif isin galateeffanna.