Kongransiin Ameerikaa wixineewwan seeraa Ityoophiyaarratti dabarsuuf ture yeroof akka hin raggaane murteesse

Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Kongransiin Ameerikaa wixineewwan seeraa HR6600 fi S3199 Ityoophiyaarratti dabarsuuf ture yeroof akka hin raggaane murteessuu gabaafame.

Wixineewwan seeraa kunneen yeroof akka hin raggaasifamneef waliigalteerra ga’amuu Za Afrikaa Riiport gabaseera.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment