Konfiransiin nageenyaa hariiroo sabaafi sablammootaa cimsuu magaalaa Gaambeellaatti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) – Konfiransiin nageenyaa hariiroo sabaafi sablammootaa cimsuu irratti xiyyeeffate Naannoo Gaambeellaa magaalaa Gaambeellaatti gaggeeffamaa jira.

Marii kana Waajjira Qindeessaa Nageenyaa fi Misoomaa Naannolee Oromiyaa, Gaambeellaafi Beenishaangul Gumuztu qopheesse.

Hogganaan Waajjira Qindeessaa Nageenyaa fi Misoomaa naannolee Oromiyaa, Gaambeellaa fi Beenishaangul Gumuz obbo Firoomsaa Salamoon, jiraattonni naannolee kanneenii waliin ta’uun nageenya isaanii eeggachaa bara dheeraaf waliin jiraataa turan jechuu OBN gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment