Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) – Guddina Barnoota Herregaa Itoophiyaa maal irra akka jiruu fi yaadama fuulduraa gosa barnooticharratti konfiraansiin fuulleffate Yuunvarsiitii Haramaayaatti gaggeeffamaa jira.
Konfireensichi haala waliigalaa yeroo ammaa gosni barnooticha irraa jiruu fi kallatii fuulduraarrattii xiyyeeffata jedhameera.
Konfiraansichi Koolleejjii Barnoota Saayinsii Uumamaa Yuunvarsiitii Haramaayaatti Muummee Barnoota Herregaatiin kan qophaayee yoo ta’uu, qorannoowwan hayyoota Herregaan gaggeeffama turanis dhiyaatee irrattii ni mari’atamaan eegama jedhameera.
Hinkoosaa Abdiisaatu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.