Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC)- Konfiransiin biyyaaleessaa dubartootaa haala dhiibbaa Korniyaa Ittisuu fi to’achuun danda’amurratti Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaatin qophaa’e Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Konfiransichi mata muree “Nageenyi haa mirkanaa’u,miidhaan dubartootaa fi daa’imman irra gahaa jiru haa dhaabbatu” jedhuun gageeffamaa jira.
Konfiraansicharratti Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa Dooktar Ergoogee Tasfaayee, Itti aantuun Af Yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Aadde Loomii Badhoo dabalatee anga’oonni olaanoo Federaalaa fi naannolee akkasumas qooda fuudhattoonni garaagaraa hirmaataniiru.
Haala miidhaa Koorniyaa ittisuu fi to’achuun danda’amurratti mari’atamaa akka jiru OBN gabaasera.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.