Konfiraansiin Biyyaaleessaa Abbootii Amantaalee fi Hoggantoota Olaanoo gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)- Konfiraansiin Biyyaaleessaa Abbootii Amantaalee fi Hoggantoota Olaanoo Mootummaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.

Konfiraansichi qopheessummaa Ministeera Nageenyaan mata duree “Dhaabbiileen Amantaalee keenyaa nageenyaa waaraa keenyaaf” jedhuun gaggeeffamaa jira.

Konfiraansicharratti Abbootii fi Duraa Bu’oota Amantaalee, Barsiiitoota Wangeelaa fi Hoggaantoonni Olaanoo fedeeraala fi naannoo biroon argamuu ragaan Ministeera Nageenyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

Comments (0)
Add Comment