Komoroos Pireezidaantummaa yeroo Gamtaa Afrikaa seeneegaalirraa fudhatte

Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Komoroos Azaalii Asuumaaniin Pireezidaantii yeroo Gamtaa Afrikaa ta’uun Maakii Saalirraa aangoo fudhataniiru.

Pireezidaanti Azaalii Asuumaaniin Pireezidaantii yeroo Gamtaa Afrikaa ta’uun waggaa tokkoof tajaajilaa kan turan Pireezidaantii Seeneegaal Maakii Saalirraa aangoo fudhataniiru.

Pireezidaantiin Komoroos Azaalii Asuumaaniin Pireezidaantii yeroo Gamtaa Afrikaa ta’uun waggaa tokkoof kan dursan ta’uu eerameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment