Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Komishiniin Poolisii Oromiyaa Humna Addaa duraanii Poolisii Idileetti makaman leenjisaa ture eebbisiiseera.
Komishinichi Miseensota Humna Addaa Duraanii fedhii isaaniin Poolisii Idileetti makaman Awaash Biishoollaatti leenji’aa turan kuma 10 fi 500 eebbisiiseera.
Leenjitoonni kunneen leenjii Ogummaa loltummaa baatii tokkoof leenji’aa turuu ragaan Komishinii Poolisii Oromiyaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.