Komishiniin Poolisii Finfinnee miseensota poolisii leenjisaa ture eebbisiise

Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC)- Komishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee miseensota poolisii naannoo Somaalee giddugala leenjii Humna Addaa Birqoottitti marsaa 26ffaaf leenjisaa ture eebbisiiseera.

Sirna eebbichaarratti hogganaan Biiroo Bulchiinsaafi Nageenyaa magaalichaa Dooktar Qana’aa Yaadataa dabalatee Komishinarri Komishinii Poolisii magaalaa Finfinnee Geetuu Argaawuufi hoggantoonni olaanoon bulchiinsa magaalaa Finfinneefi naannoo Somaalee argamuu AMN gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment