Komishiniin Mirgoota Namoomaa Ityoophiyaa  Dhaabbata Mirgoota Namoomaa biyyoolessaa Afrikaa 2ffaa ta’uun filatame

Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Komishiniin Mirgoota Namoomaa Ityoophiyaa  Dhaabbata Mirgoota Namoomaa biyyoolessaa Afrikaa 2ffaa ta’uun filatameera.

Afrikaa keessaatti dhaabbata beekamtiin laatamuuf akka ta’u Komishiniin Mirgoota Namoomaa Ityoophiyaa eegumsa daa’immanii taasisuun koree mirga namoomaa Afrikaa fi  hayyoota nageenyarratti hojjetaniin gamaaggamamuu ragaan dhaabbaticharraa argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment