Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Komishiniin Invastimantii Ityoophiyaa abbootii qabeenyaa Paakistaan waliin waliigaltee mallatteessuu ibsame.
Waliigaltichi piroojektiiwwan ijaarsa warshaalee faarmaasiyuutikaalaa, oomishaalee ittiin oomisha saamsan akkasumas paarkii indaastirii guddisuurratti kan kaayyeffate ta’uu eerameera.
Waliigaltichi qaama daawwannaa abbootiin qabeenyaa Paakistaan Ityoophiyaatti taasisaa jiranii ta’uu ragaan komishinicharraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.