Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Komishiniin Poolisii Oromiyaa ayyaanni Irreecha Hora Harsadee karaan nagaan xumuramu ibseera.
Komishiinichi ayyanni Irreechaa Hora Harsadee rakkoo nageenyaa tokko malee gutummaan guutuutti nagaan goolabamuu isaatiif hawaasa Magaalaa Bishooftuu fi naannawa ishee galateeffateera.
Akkasumas qaamolee nageenyaa galateeffachuu ragaan fuula Feesbuukii Komishinii Poolisii Oromiyaarra argamee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.