Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) – Komishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee uffata dambii fi Aasxaa jijjiire Addabaabayii Masqalaatti bakka keessummoonni garagaraa argamanitti agarsiisaa jira.
Sagantaa agarsiisaa kanarratti Itti aantuu Kaantibaa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee, Ministirri Ministeera Nageenyaa Aadde Mufaariyaat Kamiil, Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Komishinar Jeneraal Demmalaash Gabra Mikaa’el, Komishinarri Komishinii Poolisii Magaalaa Finfinnee Geetuu Argawu, dippiloomaatotaa,Keessummoonnii fi Miseensonni Komishinii Poolisii Magaalaa Finfinnee argamaniiru.
Hoggantoonnii fi keessummoonni kunneen uffata dambii fi Aasxaa haaraa agarsiisaaf dhiyaate daawwataniiru.
Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Https://T.Me/Afanoromofana
Yuutyuubiihttps://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii Fanabc.Com/Afaanoromoo
Twiitara Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.