Komishinichi miseensoota nageenyaa fi olaantummaa seeraa kabachiisuurratti leenjii fudhatan 610 eebbise

Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Komishiniin Poolisii Federaalaa miseensoota nageenyaa fi olaantummaa seeraa kabachiisuurratti leenjii fudhatan 610 eebbiseera.
Miseensoonni guyyaa har’aa eebbifaman filannoo biyyaalessaa 6ffaa ilaalchisuun baatii tokkoo ol hojiirratti leenjii kan fudhatanidha.
Eebbiffamtoonni turtii isaaniin, leenjii kora bittineessa, sochii qaamaa fi loltummaa akka fudhatan itti aanaan ajaja naannoo tokkoo Komaandar Abdiisaa Baayisaa ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment