Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Komishiniin Gumrukaa baatiwwan jahaan darban galii Birrii biiliyoona 97.6 walitti qabuu beeksiseera.
Baatiiwwan jahaan darban galii Birrii biiliyoona 103 walitti qabuuf karoorfamee Birrii biiliyoona 97.6 ol walitti qabuun danda’amuu Komishinarri Komishinii Gumrukaa Obbo Dabalee Qaabataan ibsaniiru.
Galiin walitti qabames kan bara darbee yeroo walfakkaatuun yoo madaalame Birrii biiliyoona 9.9 caalmaa qabachuu himuu isaanii ragaan komishinicharraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.