Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC) – Komishinaroonni komishinii Maree Biyyaalessaa hoggantoota olaanoo Komishinii Haaromsa biyyaalessaa waliin mari’ataniiru.
Komishinarri Olaanaan Komishinii Maree Biyyaalessaa Piroofeesar Masfin Aarayaa fi komishinaroonni biroo Jila Hoggantoota Olaanoo Komishinara Komishinii Haaromsa biyyaalessaa Tamasgen Xilahuuniin durfamu waliin mari’ataniiru.
Qaamoleen lameen dhimmoota hojii isaanirratti yaada waljijjiiruu ragaan Komishinii Maree Biyyaalessaarraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.