Komishinar Lalisee Nameen Ityoophiyaatti bakka bu’aa Dhaabbata Nyaataa Addunyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC) – Komishinarri Komishinii Invastimantii Lalisee Nameen Ityoophiyaatti bakka bu’aa Dhaabbata Nyaataa AddunyaaFiraay Ziimuudzii waliin mari’ataniiru.

Haala dhaabbilee lamaan gidduutti damee Invastimantiin abbootii qabeenyaa alaa karaa tarsiimowaa ta’een hawwachuun danda’amurratti mari’achuu ragaan komishinicharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment