Komishinar Lalisee Namee miseensoota fooramii biiznasii Hindi waliin mari’atan

Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Komishinarri Komishinii Invatsimantii Ityoophiyaa Lalisee Namee miseensoota fooramii biiznasii Hindi waliin mari’ataniiru.

Turtii isaaniin invastaroota Hindi gara Ityoophiyaa fiduun invatsimantii kallattii alaa guddisuuf kan dandeessisuurratti marii taasisaniiru.

Dabalataanis naannoo bizinasii salphaa waloon uumuu akkasumas hariiroo fooramii fi komishinichaa cimsuuf haala dandeessisuurratti mari’achuusaanii ragaan komishinicharraa argamee  ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

Comments (0)
Add Comment