Komishinar Kaffaaloo Tafarraan hogganaa Biiroo Bulchiinsiif Nageenyaa Oromiyaa ta’uun muudaman

Komishinar Kaffaaloo Tafarraan hogganaa Biiroo Bulchiinsiif Nageenyaa Oromiyaa ta’uun muudaman

Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Yaa’ii Idilee 3ffaa Waggaa 1ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa gaggeessaa jiruun muudamoota garaagaraa mirkaneessera.

Haaluma kanaan Komiishinar Kaffaaloo Tafarraa Hogganaa Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenyaa Oromiyaa, Obbo Mogos Ida’ee Itti Gaafatmaa Waajjira Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta’uun muudamaniiru.

Dabalataanis Walitti Qabaa Boordiifi Miseensa Boordii OBN dhiyaatan:

1, Obbo Addisuu Araggaa – W/Qabaa Boordii

2, Dookar Biqilaa Hurrisaa – Miseensa

3, Obbo Abdulgakiim Muluu- Miseensa

4, Injinar Warquu Gaachanaa- Miseensa

5, Dooktar Tolaa Bariisoo- Miseensa

6, Aadde Lalisee Namee- Miseensa

7, Obbo Hayiluu Addunyaa- Miseensa

8, Obbo Ahimad Idris – Miseensa

9, Aadde Kokabee- Miseensa

Daayriktara OBN Obbo Gizaachoo Gabbisaaf – dhiyaateef raggaaseera.

Caffeen Oromiyaa muudama dhiyaate mirkaneesseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment