Komishinar Girmaa Seeyfuu wal harkaa fuudhinsa hojii gaggeessan

Finfinnee, Fulbaana 25, 2014 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Komishinara Komishinii Invastimantii ta’uun dhiyeenya kan muudaman obbo Girmaa Seeyfuu wal harkaa fuudhinsa hojii gaggeessaniru.

Obbo Girmaan guyyaa Komishinii Invastimantii magaalaa Finfinneetti argamuun wal harkaa fuudhiinsa hojii fi miseensoota manaajimatii waliin walbaruu ragaan waajjira press seekireetiyaatii maagaalaa Finfineerra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment