Komishinar Dammallash Gargaraa Barreessaa olaanaa DhMG waliin mar’atan

Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC) – Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallash Gabramikaa’eel Gargaraa Barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Dooktar Raamiiz Albaakaaroov waliin mar’ataniiru.

Dhimmoota waloorratti tumsaan hojjechuuf haaloota dandeessisanirra mari’achuu eerameera.

Keessattuu bobbii nageenya kabachiisuu, ijaarsaa dandeettii fi hojiilee nageenyaarratti tumsaan hojjechuuf waliigaluu ibsameera.

Comments (0)
Add Comment