Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)-Komiishinii Poolisiin Oromiyaa filannoo guyyaa boruu karaa nagaan akka gaggeeffamuuf qophii duraa xumuru ibseera.
Komishiinichi qophii hundaa xumuree hojiitti galuu ibsun, uummata waliin ta’uudhaan rakkoo nageenyaa kamiinuu kan fashaleessuu ta’uu ragaan komishinichaarra argamee ni muul’dha.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.