Komishiinarri Invastimantii Ityoophiyaa Leellisee Nameen ambaasaaddara Kooriyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC)- Komishiinarri komiishinii Invastimantii Ityoophiyaa Leellisee Namee Ityoophiyaatti ambaasaaddara Kooriyaaa Kaang Si’ookii waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniitin invastaroota Kooriyaa Ityoophiyaa jiran haaloota tursiisuu dandeesisuu fi invastaroota haara harkisuu irratti marii taasisaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment