Kolleejjiin BLTO Kilaastera magaalaa Shaashamanneefi Godina Arsii Lixaa barattoota ogummaa garagaraan leenjisaa tura kuma 2 fi 697 eebbisiise Finfinnee, Fulbaana 11, 2017 (FBC) – Kolleejjiin BLTO Kilaastera magaalaa Shaashamanneefi Godina Arsii Lixaa barattoota ogummaa garagaraan leenjisaa tura kuma 2 fi 697 eebbisiiseera. Barattootni Kolleejjii BLTO mootummaa 6 keessatti baratan kumni 1 fi 2 fi kan kolleejjoota dhuunfaa13 keessatti baratan kumni1 fi 695 eebbifamaniiru. Leenjifamtootni kunneen gosa ogummaa 26 fi seektara leenjii jahaan leenji’uun eebbifamuu eerameera. Mootummaan ogummaa gabaarratti barbaadamanirratti xiyyeeffachuu lammiilee leenjisaa jiraachuu sirna eebbicharratti ibsameera. Jamaal Kadirootu gabaase. #Oromia #Ethiopia

Finfinnee, Fulbaana 11, 2017 (FBC) – Kolleejjiin BLTO Kilaastera magaalaa Shaashamanneefi Godina Arsii Lixaa barattoota ogummaa garagaraan leenjisaa tura kuma 2 fi 697 eebbisiiseera.

Barattootni Kolleejjii BLTO mootummaa 6 keessatti baratan kumni 1 fi 2 fi kan kolleejjoota dhuunfaa13 keessatti baratan kumni1 fi 695 eebbifamaniiru.

Leenjifamtootni kunneen gosa ogummaa 26 fi seektara leenjii jahaan leenji’uun eebbifamuu eerameera.

Mootummaan ogummaa gabaarratti barbaadamanirratti xiyyeeffachuu lammiilee leenjisaa jiraachuu sirna eebbicharratti ibsameera.

Jamaal Kadirootu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment