Kolleejiin Yuunivarsitii Poolisii gara Yuunivarsitiitti olguddate

Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Kolleejiin Yuunivarsitii Poolisii gara Yuunivarsitiitti olguddate.
Bara 1939- mana barumsaa leenjii qondaaltoota Poolisii Abbaa Diinaa ta’uun hojii eegale.
Bara1951-1966 kolleejii Poolisii Abbaadiinaa, 1966-1983 kolleejii Poolisii Ityoophiyaa,1984-1999 kolleejii polisii Ityoophiyaa,1999-Muddee 4,2013tti kolleejii Yuunivarsitiitti Poolisii Ityoophiyaa ta’uun tajaajilaa tureera.
Muddee 5,2013 irraa eegalee gara Yuunivarsitiitti olguddachuun Yuunivarsitii Poolisii Ityoophiyaa ta’eera.
Sirni beekkamti Yuunivarsitummaa isaatiis bakka aanga’oonni olaanoo fi hawaasni yunivarsitichaa argamaniti magaalaa Finfinneetti gaggeeffameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment