Kitaabni Riifoormii hojiilee damee nageenyaa fi tasgabbiirratti hojjetameerratti xiyyeefate eebbifame

Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) – Kitaabni Riifoormii hojiilee damee nageenyaa fi tasgabbii akkasumas hojiilee jijjiirrama waliigalaa hojjetameerratti xiyyeefate eebbifameera.

Kitaabicha Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa fi Tajaajilli nageenyaa fi odeeffannoo biyyaalessaa waloon kan qopheessan yoo ta’uu, Afaan Oromoo, Afaan Amaaraa fi Afaan Ingiliziin kan qophaa’e ta’uu himameera.

Yeroo itti aanu Afaanoota biroon qophaa’uun ogeeyyii damee Kominikeeshinii federaalaa fi naannoleef galtee akka ta’u naannoleef kan rabsamu ta’uu ragaan Tajaajila Kominiikeshinii mootummaarraa argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment