Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) – Kitaabni mata dureen isaa siyaasaa fi amantiin ijaarsa biyyaa keessatti jedhuun Ambaasaaddar Dagafee Bulaan barreeffame eebbifameera.
Kitaabni Afaan Oromoon fi Afaan Amaaraan qophaa’e kun har’a sirna hoo’aa ta’een Hoteela Ililliitti eebbifameera.
Sirna eebba kitabaachaarratti Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’ooat Ummataa obboo Taaggasee Caafoo dabalatee hoggantoonni mootummaa Federaalaa,naannoolee fi keessummoonni waamichi taasiifameef argamaniiru.
Qabiyyeen kitaabichaas jireenyaa fi tajaajiltummaa hawaasaarratti kan xiyyeeffate ta’uu ibsameera.
Gammachuu Beekumaatu gabaase.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.