Kirooshiyaa fi Arjantiinaan sa’aatii 4:00’tti taphatu

Finfinnee, Muddee 4, 2015 (FBC)- Taphaa Waancaa Addunyaa 22ffaa Kuwaataaritti gaggeeffamaa jiruun har’a halkan sa’aatii 4:00 irratti Kirooshiyaa fi Arjantiinaa gidduutti ni taphatama.

Tapha har’a galgalaa kanaan Arjantiinaan Liyooneel Meesii qabachuun taphni taphachuf jirtu xiyyeeffannaan eegama.

Faalla kanaan gareen Kirooshiyaa taphattoota akka Moodiriich, Kovaachiich fi Biroozoovichiin hammate akkaan kan eegamuudha.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment