Kilabni Ispoortii Machaal Birrii biiliyoona 1 walitti qabuu beeksise

Finfinnee, Adoolessa 15, 2016 (FBC) – Kilabni Ispoortii Machaal sosochii ‘Machaal Itiyoophiyaaf’ jedhuun Birrii biiliyoona 1 walitti qabuu beeksiseera.

Sagantaan sosochichaa % 99 milkaa’uu eerera.

Sagantaa galii walitti qabuu gaggeeffameen Birrii biiliyoonni 1 argamuu Walitti qabaan Boordii Kilaba Ispoortii Machaal Dooktar Saayife Geetahuun himuu ragaan fuula Raayyaa Ittisaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment